Al-Mursalat · 43/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mursalat
كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ ۝٤٣
Kuloo washraboo haneee `am bimaa kuntum ta`maloon
📖 Afaan Oromoon
Sababaa waan dalagaa turtaniitiif gammachuun nyaadhaa; dhugaa" (jedhamu)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 41-45 — Suuratu Al-Mursalat

41إِنَّ الْمُتَّقِينَ فِي ظِلَالٍ وَعُيُونٍ
Dhugumatti, warri Rabbiin sodaatan gaaddisootaafi burqituuwwan keessa jiraatu
42وَفَوَاكِهَ مِمَّا يَشْتَهُونَ
Asheeta irraa waan fedhan (keessa taau)
43كُلُوا وَاشْرَبُوا هَنِيئًا بِمَا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Sababaa waan dalagaa turtaniitiif gammachuun nyaadhaa; dhugaa" (jedhamu)
44إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti warra toltuu hojjatan mindeessina
45وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
43Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 43

Suuratu Al-Mursalat Aayah 43 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sababaa waan dalagaa turtaniitiif gammachuun nyaadhaa; dhugaa" (jedhamu)

Suuratu Aayah 43/50 — Suuratu Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mursalat Caqasi, Suuratu Al-Mursalat Hiikkaa, Suuratu Al-Mursalat mp3, Suuratu Al-Mursalat pdf. Aayah 41–45. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers