Al-Mursalat · 46/50
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Mursalat
كُلُوا وَتَمَتَّعُوا قَلِيلًا إِنَّكُم مُّجْرِمُونَ ۝٤٦
Kuloo wa tamatta`oo qaleelan innakum mujrimoon
📖 Afaan Oromoon
(Addunyaa irratti) "nyaadhaa; xiqqoo qananiaa; dhugumatti isin badii hojjattoota” (isaaniin jedhama)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 44-48 — Al-Mursalat

44إِنَّا كَذَٰلِكَ نَجْزِي الْمُحْسِنِينَ
Nuti akka kanatti warra toltuu hojjatan mindeessina
45وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
46كُلُوا وَتَمَتَّعُوا قَلِيلًا إِنَّكُم مُّجْرِمُونَ
(Addunyaa irratti) "nyaadhaa; xiqqoo qananiaa; dhugumatti isin badii hojjattoota” (isaaniin jedhama)
47وَيْلٌ يَوْمَئِذٍ لِّلْمُكَذِّبِينَ
Kijibsiiftotaaf guyyaa san badiin mirkanaae
48وَإِذَا قِيلَ لَهُمُ ارْكَعُوا لَا يَرْكَعُونَ
Yeroo ‘salaataa’ isaaniin jedhames hin salaatanu
Al-MursalatTarreeffama Qur'ana
50Aayah
MeccanRevelation
46Aayah

Hiikkaa — Al-Mursalat 46

Suuratu Al-Mursalat Aayah 46 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Addunyaa irratti) "nyaadhaa; xiqqoo qananiaa; dhugumatti isin badii hojjattoota” (isaaniin…

Suuratu Aayah 46/50 — Al-Mursalat المرسلات (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Mursalat Caqasi, Al-Mursalat Hiikkaa, Al-Mursalat mp3, Al-Mursalat pdf. Aayah 44–48. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers