An-Naba · 33/40
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naba
وَكَوَاعِبَ أَتْرَابًا ۝٣٣
Wa kaawa `iba at raaba
📖 Afaan Oromoon
Dubartoota harma guntuttuu hiriyaa taantu [jiru]
🎧 Caqasi

📜 Aayah 31-35 — An-Naba

31إِنَّ لِلْمُتَّقِينَ مَفَازًا
Dhugumatti, warra Rabbiin sodaataniif milkiitu jira
32حَدَائِقَ وَأَعْنَابًا
Ashaakiltiifi inabatu [jira]
33وَكَوَاعِبَ أَتْرَابًا
Dubartoota harma guntuttuu hiriyaa taantu [jiru]
34وَكَأْسًا دِهَاقًا
Geeba (xoofoo) guutamtuu
35لَّا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا كِذَّابًا
Achi keessatti dubbii badaafi wal kijibsiisuu hin dhagaanu
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
33Aayah

Hiikkaa — An-Naba 33

Suuratu An-Naba Aayah 33 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dubartoota harma guntuttuu hiriyaa taantu [jiru]

Suuratu Aayah 33/40 — An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naba Caqasi, An-Naba Hiikkaa, An-Naba mp3, An-Naba pdf. Aayah 31–35. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers