An-Naba · 37/40
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Naba
رَّبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا الرَّحْمَٰنِ ۖ لَا يَمْلِكُونَ مِنْهُ خِطَابًا ٣٧
Transliteration
Rabbis samaa waati wal ardi wa maa baina humar rahmaani laa yam likoona minhu khi taaba
Hiikkaa (Afaan Oromoon)
📖 Afaan Oromoon
Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaanii jiru, mararfataa kan tae [irraa mindeeffaman]Isaa wajjin dubbachuu hin dandaanu
🎧 Caqasi
📜 Aayah 35-39 — An-Naba
35لَّا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا كِذَّابًا
Achi keessatti dubbii badaafi wal kijibsiisuu hin dhagaanu
36جَزَاءً مِّن رَّبِّكَ عَطَاءً حِسَابًا
Mindaa Gooftaa kee irraa ta’e kennaa ga’aa [mindeeffaman]
37رَّبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا الرَّحْمَٰنِ ۖ لَا يَمْلِكُونَ مِنْهُ خِطَابًا
Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaanii jiru, mararfataa kan tae [irraa mindeeffaman]Isaa wajjin dubbachuu hin dandaanu
38يَوْمَ يَقُومُ الرُّوحُ وَالْمَلَائِكَةُ صَفًّا ۖ لَّا يَتَكَلَّمُونَ إِلَّا مَنْ أَذِنَ لَهُ الرَّحْمَٰنُ وَقَالَ صَوَابًا
Guyyaa Jibriiliifi Maleykonni haala hiriiraniin dhaabbatan nama Rabbiin eeyyameefi dhugaa dubbate malee hin haasawanu
39ذَٰلِكَ الْيَوْمُ الْحَقُّ ۖ فَمَن شَاءَ اتَّخَذَ إِلَىٰ رَبِّهِ مَآبًا
Sun guyyaa [dhufaatiin isaa] haqaatiNamni fedhe [hojii gaarii hojjachuun] gara Gooftaa isaatti deebii tolfata
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
37Aayah
Hiikkaa — An-Naba 37
Suuratu An-Naba Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaanii jiru, mararfataa kan tae…Suuratu Aayah 37/40 — An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Naba Caqasi, An-Naba Hiikkaa, An-Naba mp3, An-Naba pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.
العربية
English
Bahasa Indonesia
Türkçe
Русский
فارسی
Français
اردو
বাংলা
Deutsch
Español
中文
हिन्दी
Português
Italiano
ภาษาไทย
Polski
Nederlands
Shqip
Kiswahili
O'zbek
தமிழ்
Melayu
Bosanski
Soomaali
Azərbaycan
کوردی
한국어
日本語
Svenska
Dansk
Norsk
پښتو
മലയാളം
සිංහල
Tamazight
Hausa
አማርኛ
Български
Тоҷикӣ
Қазақша
Filipino
سنڌي
Yorùbá
Fulfulde
Татарча
ئۇيغۇرچە
Кыргызча
ਪੰਜਾਬੀ
Jawa
తెలుగు
မြန်မာ
ગુજરાતી
Oromo
मराठी
Tiếng Việt
Malagasy
Нохчийн
Wolof
ދިވެހި
ಕನ್ನಡ
Українська
Ελληνικά
ქართული
ខ្មែរ
دری
Qafar af
Maranao
नेपाली
Qur'aana Qulqulluu
Tuesday, August 18, 2026
Don't forget us in your sincere prayers








