An-Naba · 36/40
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu An-Naba
جَزَاءً مِّن رَّبِّكَ عَطَاءً حِسَابًا ۝٣٦
Jazaa-am mir-rabbika ataa-an hisaaba
📖 Afaan Oromoon
Mindaa Gooftaa kee irraa ta’e kennaa ga’aa [mindeeffaman]

🎧 Caqasi


📜 Aayah 34-38 — Suuratu An-Naba

34وَكَأْسًا دِهَاقًا
Geeba (xoofoo) guutamtuu
35لَّا يَسْمَعُونَ فِيهَا لَغْوًا وَلَا كِذَّابًا
Achi keessatti dubbii badaafi wal kijibsiisuu hin dhagaanu
36جَزَاءً مِّن رَّبِّكَ عَطَاءً حِسَابًا
Mindaa Gooftaa kee irraa ta’e kennaa ga’aa [mindeeffaman]
37رَّبِّ السَّمَاوَاتِ وَالْأَرْضِ وَمَا بَيْنَهُمَا الرَّحْمَٰنِ ۖ لَا يَمْلِكُونَ مِنْهُ خِطَابًا
Gooftaa samii, dachiifi waan gidduu isaanii jiru, mararfataa kan tae [irraa mindeeffaman]Isaa wajjin dubbachuu hin dandaanu
38يَوْمَ يَقُومُ الرُّوحُ وَالْمَلَائِكَةُ صَفًّا ۖ لَّا يَتَكَلَّمُونَ إِلَّا مَنْ أَذِنَ لَهُ الرَّحْمَٰنُ وَقَالَ صَوَابًا
Guyyaa Jibriiliifi Maleykonni haala hiriiraniin dhaabbatan nama Rabbiin eeyyameefi dhugaa dubbate malee hin haasawanu
An-NabaTarreeffama Qur'ana
40Aayah
MeccanRevelation
36Aayah

Hiikkaa — An-Naba 36

Suuratu An-Naba Aayah 36 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Mindaa Gooftaa kee irraa ta’e kennaa ga’aa [mindeeffaman]

Suuratu Aayah 36/40 — Suuratu An-Naba النبأ (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu An-Naba Caqasi, Suuratu An-Naba Hiikkaa, Suuratu An-Naba mp3, Suuratu An-Naba pdf. Aayah 34–38. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers