Al-Mutaffifin · 16/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
ثُمَّ إِنَّهُمْ لَصَالُو الْجَحِيمِ ۝١٦
Summa innahum lasaa lul jaheem
📖 Afaan Oromoon
Ergasii isaan ibidda galtoota

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Mutaffifin

14كَلَّا ۖ بَلْ ۜ رَانَ عَلَىٰ قُلُوبِهِم مَّا كَانُوا يَكْسِبُونَ
Haa dhorgamanu! Dhugumatti wanti isaan hojjataa turan onnee isaanii haguuge
15كَلَّا إِنَّهُمْ عَن رَّبِّهِمْ يَوْمَئِذٍ لَّمَحْجُوبُونَ
Dhagayaa! Isaan guyyaa san Gooftaa isaanii irraa haguugamoodha
16ثُمَّ إِنَّهُمْ لَصَالُو الْجَحِيمِ
Ergasii isaan ibidda galtoota
17ثُمَّ يُقَالُ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
Ergasii "inni kun isa isin sobsiisaa turtan" jedhama
18كَلَّا إِنَّ كِتَابَ الْأَبْرَارِ لَفِي عِلِّيِّينَ
Dhugumatti, galmeen toltuu hojjattootaa Illiyyiin keessa taa
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 16

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ergasii isaan ibidda galtoota

Suuratu Aayah 16/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers