Al-Mutaffifin · 20/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
كِتَابٌ مَّرْقُومٌ ۝٢٠
Kitaabum marqoom
📖 Afaan Oromoon
Kitaaba barreeffamaadha (hojii warra Rabbitti amaneetu irratti barreeffame)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Al-Mutaffifin

18كَلَّا إِنَّ كِتَابَ الْأَبْرَارِ لَفِي عِلِّيِّينَ
Dhugumatti, galmeen toltuu hojjattootaa Illiyyiin keessa taa
19وَمَا أَدْرَاكَ مَا عِلِّيُّونَ
Illiyyiin" maal akka tae maaltu si beeksise
20كِتَابٌ مَّرْقُومٌ
Kitaaba barreeffamaadha (hojii warra Rabbitti amaneetu irratti barreeffame)
21يَشْهَدُهُ الْمُقَرَّبُونَ
Warra Rabbitti dhiheeffamantu itti hirmaata
22إِنَّ الْأَبْرَارَ لَفِي نَعِيمٍ
Dhugumatti, toltuu hojjattoonni qananii keessa jiraatu
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 20

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kitaaba barreeffamaadha (hojii warra Rabbitti amaneetu irratti barreeffame)

Suuratu Aayah 20/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers