Al-Mutaffifin · 21/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
يَشْهَدُهُ الْمُقَرَّبُونَ ۝٢١
Yashhadu hul muqarra boon
📖 Afaan Oromoon
Warra Rabbitti dhiheeffamantu itti hirmaata

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Al-Mutaffifin

19وَمَا أَدْرَاكَ مَا عِلِّيُّونَ
Illiyyiin" maal akka tae maaltu si beeksise
20كِتَابٌ مَّرْقُومٌ
Kitaaba barreeffamaadha (hojii warra Rabbitti amaneetu irratti barreeffame)
21يَشْهَدُهُ الْمُقَرَّبُونَ
Warra Rabbitti dhiheeffamantu itti hirmaata
22إِنَّ الْأَبْرَارَ لَفِي نَعِيمٍ
Dhugumatti, toltuu hojjattoonni qananii keessa jiraatu
23عَلَى الْأَرَائِكِ يَنظُرُونَ
Sireewwan irra (taaanii) ilaalu
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 21

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Warra Rabbitti dhiheeffamantu itti hirmaata

Suuratu Aayah 21/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers