Al-Mutaffifin · 19/36
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Mutaffifin
وَمَا أَدْرَاكَ مَا عِلِّيُّونَ ۝١٩
Wa maaa adraaka maa `Illiyyoon
📖 Afaan Oromoon
Illiyyiin" maal akka tae maaltu si beeksise

🎧 Caqasi


📜 Aayah 17-21 — Suuratu Al-Mutaffifin

17ثُمَّ يُقَالُ هَٰذَا الَّذِي كُنتُم بِهِ تُكَذِّبُونَ
Ergasii "inni kun isa isin sobsiisaa turtan" jedhama
18كَلَّا إِنَّ كِتَابَ الْأَبْرَارِ لَفِي عِلِّيِّينَ
Dhugumatti, galmeen toltuu hojjattootaa Illiyyiin keessa taa
19وَمَا أَدْرَاكَ مَا عِلِّيُّونَ
Illiyyiin" maal akka tae maaltu si beeksise
20كِتَابٌ مَّرْقُومٌ
Kitaaba barreeffamaadha (hojii warra Rabbitti amaneetu irratti barreeffame)
21يَشْهَدُهُ الْمُقَرَّبُونَ
Warra Rabbitti dhiheeffamantu itti hirmaata
Al-MutaffifinTarreeffama Qur'ana
36Aayah
MeccanRevelation
19Aayah

Hiikkaa — Al-Mutaffifin 19

Suuratu Al-Mutaffifin Aayah 19 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Illiyyiin" maal akka tae maaltu si beeksise

Suuratu Aayah 19/36 — Suuratu Al-Mutaffifin المطففين (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Mutaffifin Caqasi, Suuratu Al-Mutaffifin Hiikkaa, Suuratu Al-Mutaffifin mp3, Suuratu Al-Mutaffifin pdf. Aayah 17–21. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers