Al-Inshiqaq · 14/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Inshiqaq
إِنَّهُ ظَنَّ أَن لَّن يَحُورَ ۝١٤
Innahoo zanna al lai yahoor
📖 Afaan Oromoon
Dhugamatti, inni (gama Rabbii) deebi’uu dhabuu yaade

🎧 Caqasi


📜 Aayah 12-16 — Al-Inshiqaq

12وَيَصْلَىٰ سَعِيرًا
Ibidda boba’aa seena
13إِنَّهُ كَانَ فِي أَهْلِهِ مَسْرُورًا
Dhugumatti, inni maatii isaa keessatti gammadaa ture
14إِنَّهُ ظَنَّ أَن لَّن يَحُورَ
Dhugamatti, inni (gama Rabbii) deebi’uu dhabuu yaade
15بَلَىٰ إِنَّ رَبَّهُ كَانَ بِهِ بَصِيرًا
Lakki! (ni deebi’a)Gooftaan isaa isa argaadha
16فَلَا أُقْسِمُ بِالشَّفَقِ
Haa dhorgamu! Diimina galgalaattin kakadha
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 14

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugamatti, inni (gama Rabbii) deebi’uu dhabuu yaade

Suuratu Aayah 14/25 — Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Inshiqaq Caqasi, Al-Inshiqaq Hiikkaa, Al-Inshiqaq mp3, Al-Inshiqaq pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers