Al-Inshiqaq · 15/25
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Inshiqaq
بَلَىٰ إِنَّ رَبَّهُ كَانَ بِهِ بَصِيرًا ۝١٥
Balaaa inna Rabbahoo kaana bihee baseeraa
📖 Afaan Oromoon
Lakki! (ni deebi’a)Gooftaan isaa isa argaadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Inshiqaq

13إِنَّهُ كَانَ فِي أَهْلِهِ مَسْرُورًا
Dhugumatti, inni maatii isaa keessatti gammadaa ture
14إِنَّهُ ظَنَّ أَن لَّن يَحُورَ
Dhugamatti, inni (gama Rabbii) deebi’uu dhabuu yaade
15بَلَىٰ إِنَّ رَبَّهُ كَانَ بِهِ بَصِيرًا
Lakki! (ni deebi’a)Gooftaan isaa isa argaadha
16فَلَا أُقْسِمُ بِالشَّفَقِ
Haa dhorgamu! Diimina galgalaattin kakadha
17وَاللَّيْلِ وَمَا وَسَقَ
Halkaniifi waan inni walitti qabeenis (nan kakadha)
Al-InshiqaqTarreeffama Qur'ana
25Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Inshiqaq 15

Suuratu Al-Inshiqaq Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Lakki! (ni deebi’a)Gooftaan isaa isa argaadha

Suuratu Aayah 15/25 — Suuratu Al-Inshiqaq الإنشقاق (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Inshiqaq Caqasi, Suuratu Al-Inshiqaq Hiikkaa, Suuratu Al-Inshiqaq mp3, Suuratu Al-Inshiqaq pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers