Al-A'la · 8/19
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-A'la
وَنُيَسِّرُكَ لِلْيُسْرَىٰ ۝٨
Wa nu-yassiruka lilyusraa
📖 Afaan Oromoon
Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Al-A'la

6سَنُقْرِئُكَ فَلَا تَنسَىٰ
Si qaraasisuuf jirraa hin dagattu
7إِلَّا مَا شَاءَ اللَّهُ ۚ إِنَّهُ يَعْلَمُ الْجَهْرَ وَمَا يَخْفَىٰ
Waan Rabbiin fedhe maleeInni mul’ataafi dhokataas ni beeka
8وَنُيَسِّرُكَ لِلْيُسْرَىٰ
Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna
9فَذَكِّرْ إِن نَّفَعَتِ الذِّكْرَىٰ
Yoo yaadachiisni kan fayyadu ta’e yaadachiisi
10سَيَذَّكَّرُ مَن يَخْشَىٰ
Namni Rabbiin sodaatu gorfamuuf jira
Al-A'laTarreeffama Qur'ana
19Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-A'la 8

Suuratu Al-A'la Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nuti karaa laaftuu taateef si laaffifna

Suuratu Aayah 8/19 — Suuratu Al-A'la الأعلى (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-A'la Caqasi, Suuratu Al-A'la Hiikkaa, Suuratu Al-A'la mp3, Suuratu Al-A'la pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers