Al-Fajr · 16/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
وَأَمَّا إِذَا مَا ابْتَلَاهُ فَقَدَرَ عَلَيْهِ رِزْقَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَهَانَنِ ۝١٦
Wa ammaaa izaa mabtalaahu faqadara `alaihi rizqahoo fa yaqoolu Rabbeee ahaanan
📖 Afaan Oromoon
Yeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan kiyya na xiqqeesse” jedha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 14-18 — Suuratu Al-Fajr

14إِنَّ رَبَّكَ لَبِالْمِرْصَادِ
Dhugumatti, Gooftaan kee qeexaadha (beekaadha)
15فَأَمَّا الْإِنسَانُ إِذَا مَا ابْتَلَاهُ رَبُّهُ فَأَكْرَمَهُ وَنَعَّمَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَكْرَمَنِ
Namni yeroo gooftaan isaa isa kabajuun qanansiisee isa qorate “Gooftaan kiyya na kabaje” jedha
16وَأَمَّا إِذَا مَا ابْتَلَاهُ فَقَدَرَ عَلَيْهِ رِزْقَهُ فَيَقُولُ رَبِّي أَهَانَنِ
Yeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan kiyya na xiqqeesse” jedha
17كَلَّا ۖ بَل لَّا تُكْرِمُونَ الْيَتِيمَ
Haa dhorgamu! Dhugumatti, isin yatiima hin kabajjan
18وَلَا تَحَاضُّونَ عَلَىٰ طَعَامِ الْمِسْكِينِ
Hiyyeessa nyaachisuu irrattis hin kakaaftan
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
16Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 16

Suuratu Al-Fajr Aayah 16 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo inni hiree isaa itti xiqqeessee isa qorate immoo “Gooftaan…

Suuratu Aayah 16/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 14–18. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers