Al-Fajr · 8/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
الَّتِي لَمْ يُخْلَقْ مِثْلُهَا فِي الْبِلَادِ ۝٨
Allatee lam yukhlaq misluhaa fil bilaad
📖 Afaan Oromoon
Ishee fakkiin ishee biyyoota keessatti hin uumamin san

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Al-Fajr

6أَلَمْ تَرَ كَيْفَ فَعَلَ رَبُّكَ بِعَادٍ
Sila akkam akka Gooftaan kee Aaditti hojjate hin arginee
7إِرَمَ ذَاتِ الْعِمَادِ
Iramiin warra dhedheerootti
8الَّتِي لَمْ يُخْلَقْ مِثْلُهَا فِي الْبِلَادِ
Ishee fakkiin ishee biyyoota keessatti hin uumamin san
9وَثَمُودَ الَّذِينَ جَابُوا الصَّخْرَ بِالْوَادِ
Samuudittis warra laga (Hijri) keessatti dhagaa uran (mana irraa tolfatan)
10وَفِرْعَوْنَ ذِي الْأَوْتَادِ
Firawniinis abbaa shikaalaatti
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 8

Suuratu Al-Fajr Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ishee fakkiin ishee biyyoota keessatti hin uumamin san

Suuratu Aayah 8/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers