Al-Fajr · 9/30
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Fajr
وَثَمُودَ الَّذِينَ جَابُوا الصَّخْرَ بِالْوَادِ ۝٩
Wa samoodal lazeena jaabus sakhra bil waad
📖 Afaan Oromoon
Samuudittis warra laga (Hijri) keessatti dhagaa uran (mana irraa tolfatan)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Al-Fajr

7إِرَمَ ذَاتِ الْعِمَادِ
Iramiin warra dhedheerootti
8الَّتِي لَمْ يُخْلَقْ مِثْلُهَا فِي الْبِلَادِ
Ishee fakkiin ishee biyyoota keessatti hin uumamin san
9وَثَمُودَ الَّذِينَ جَابُوا الصَّخْرَ بِالْوَادِ
Samuudittis warra laga (Hijri) keessatti dhagaa uran (mana irraa tolfatan)
10وَفِرْعَوْنَ ذِي الْأَوْتَادِ
Firawniinis abbaa shikaalaatti
11الَّذِينَ طَغَوْا فِي الْبِلَادِ
Isaan biyyoota keessatti daangaa dabran
Al-FajrTarreeffama Qur'ana
30Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Fajr 9

Suuratu Al-Fajr Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samuudittis warra laga (Hijri) keessatti dhagaa uran (mana irraa tolfatan)

Suuratu Aayah 9/30 — Suuratu Al-Fajr الفجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Fajr Caqasi, Suuratu Al-Fajr Hiikkaa, Suuratu Al-Fajr mp3, Suuratu Al-Fajr pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers