Ash-Shams · 8/15
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shams
فَأَلْهَمَهَا فُجُورَهَا وَتَقْوَاهَا ۝٨
Fa-alhamahaa fujoorahaa wa taqwaahaa
📖 Afaan Oromoon
Kan jal’ina isheefi qajeeluma ishee ishee barsiise

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Ash-Shams

6وَالْأَرْضِ وَمَا طَحَاهَا
Dachiifi kan ishee diriirseenis
7وَنَفْسٍ وَمَا سَوَّاهَا
Lubbuufi kan ishee uumeenis
8فَأَلْهَمَهَا فُجُورَهَا وَتَقْوَاهَا
Kan jal’ina isheefi qajeeluma ishee ishee barsiise
9قَدْ أَفْلَحَ مَن زَكَّاهَا
Namni ishee qulqulleesse dhugumatti milkaa’e
10وَقَدْ خَابَ مَن دَسَّاهَا
Namni ishee xureesses dhugaatti hoonga’e
Ash-ShamsTarreeffama Qur'ana
15Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Ash-Shams 8

Suuratu Ash-Shams Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Kan jal’ina isheefi qajeeluma ishee ishee barsiise

Suuratu Aayah 8/15 — Suuratu Ash-Shams الشمس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shams Caqasi, Suuratu Ash-Shams Hiikkaa, Suuratu Ash-Shams mp3, Suuratu Ash-Shams pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers