Ar-Rahman · 50/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
فِيهِمَا عَيْنَانِ تَجْرِيَانِ ۝٥٠
Feehimaa `aynaani tajriyaan
📖 Afaan Oromoon
Isaan lamaan keessa madda yaa’an lamatu jira

🎧 Caqasi


📜 Aayah 48-52 — Ar-Rahman

48ذَوَاتَا أَفْنَانٍ
Kan dameewwan dhedheeroo qaban
49فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
50فِيهِمَا عَيْنَانِ تَجْرِيَانِ
Isaan lamaan keessa madda yaa’an lamatu jira
51فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
52فِيهِمَا مِن كُلِّ فَاكِهَةٍ زَوْجَانِ
Isaan lamaan keessa fuduraalee hunda irraa cimdiitu jira
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
50Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 50

Suuratu Ar-Rahman Aayah 50 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan lamaan keessa madda yaa’an lamatu jira

Suuratu Aayah 50/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 48–52. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers