Ar-Rahman · 6/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
وَالنَّجْمُ وَالشَّجَرُ يَسْجُدَانِ ۝٦
Wannajmu washshajaru yasjudan
📖 Afaan Oromoon
Biqilaafi mukkeenis (Allaahf) sujuudu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 4-8 — Ar-Rahman

4عَلَّمَهُ الْبَيَانَ
Haasa’a isa barsiise
5الشَّمْسُ وَالْقَمَرُ بِحُسْبَانٍ
Aduufi jiini qixa murtaa’een deemu
6وَالنَّجْمُ وَالشَّجَرُ يَسْجُدَانِ
Biqilaafi mukkeenis (Allaahf) sujuudu
7وَالسَّمَاءَ رَفَعَهَا وَوَضَعَ الْمِيزَانَ
Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye
8أَلَّا تَطْغَوْا فِي الْمِيزَانِ
Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
6Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 6

Suuratu Ar-Rahman Aayah 6 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Biqilaafi mukkeenis (Allaahf) sujuudu

Suuratu Aayah 6/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 4–8. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers