Ar-Rahman · 39/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُسْأَلُ عَن ذَنبِهِ إِنسٌ وَلَا جَانٌّ ۝٣٩
Fa-yawma`izil laa yus`alu `an zambiheee insunw wa laa jaann
📖 Afaan Oromoon
Ilmi namaas ta’ee jinniin guyyaa san dilii isaa irraa hin gaafatamu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 37-41 — Suuratu Ar-Rahman

37فَإِذَا انشَقَّتِ السَّمَاءُ فَكَانَتْ وَرْدَةً كَالدِّهَانِ
Yeroo samiin dhodhootee diimtuu akka dhadhaa taate
38فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
39فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُسْأَلُ عَن ذَنبِهِ إِنسٌ وَلَا جَانٌّ
Ilmi namaas ta’ee jinniin guyyaa san dilii isaa irraa hin gaafatamu
40فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
41يُعْرَفُ الْمُجْرِمُونَ بِسِيمَاهُمْ فَيُؤْخَذُ بِالنَّوَاصِي وَالْأَقْدَامِ
Yakkamtoonni mallattoo isaaniitiin beekamuSammuufi miila ni qabamu
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
39Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 39

Suuratu Ar-Rahman Aayah 39 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Ilmi namaas ta’ee jinniin guyyaa san dilii isaa irraa hin…

Suuratu Aayah 39/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 37–41. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers