Ar-Rahman · 7/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
وَالسَّمَاءَ رَفَعَهَا وَوَضَعَ الْمِيزَانَ ۝٧
Wassamaaa`a rafa`ahaa wa wada`al Meezan
📖 Afaan Oromoon
Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye

🎧 Caqasi


📜 Aayah 5-9 — Ar-Rahman

5الشَّمْسُ وَالْقَمَرُ بِحُسْبَانٍ
Aduufi jiini qixa murtaa’een deemu
6وَالنَّجْمُ وَالشَّجَرُ يَسْجُدَانِ
Biqilaafi mukkeenis (Allaahf) sujuudu
7وَالسَّمَاءَ رَفَعَهَا وَوَضَعَ الْمِيزَانَ
Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye
8أَلَّا تَطْغَوْا فِي الْمِيزَانِ
Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha
9وَأَقِيمُوا الْوَزْنَ بِالْقِسْطِ وَلَا تُخْسِرُوا الْمِيزَانَ
Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
7Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 7

Suuratu Ar-Rahman Aayah 7 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye

Suuratu Aayah 7/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 5–9. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers