Ar-Rahman · 9/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
وَأَقِيمُوا الْوَزْنَ بِالْقِسْطِ وَلَا تُخْسِرُوا الْمِيزَانَ ۝٩
Wa aqeemul wazna bilqisti wa laa tukhsirul meezaan
📖 Afaan Oromoon
Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Ar-Rahman

7وَالسَّمَاءَ رَفَعَهَا وَوَضَعَ الْمِيزَانَ
Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye
8أَلَّا تَطْغَوْا فِي الْمِيزَانِ
Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha
9وَأَقِيمُوا الْوَزْنَ بِالْقِسْطِ وَلَا تُخْسِرُوا الْمِيزَانَ
Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa
10وَالْأَرْضَ وَضَعَهَا لِلْأَنَامِ
Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye
11فِيهَا فَاكِهَةٌ وَالنَّخْلُ ذَاتُ الْأَكْمَامِ
Ishee keessatti fuduraaleefi mukkeen temiraa kan qolola (qola) habaaboo qabantu jira
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 9

Suuratu Ar-Rahman Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa

Suuratu Aayah 9/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers