Ar-Rahman · 37/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ar-Rahman
فَإِذَا انشَقَّتِ السَّمَاءُ فَكَانَتْ وَرْدَةً كَالدِّهَانِ ۝٣٧
Fa-izan shaqqatis samaaa`u fakaanat wardatan kaddihaan
📖 Afaan Oromoon
Yeroo samiin dhodhootee diimtuu akka dhadhaa taate

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Suuratu Ar-Rahman

35يُرْسَلُ عَلَيْكُمَا شُوَاظٌ مِّن نَّارٍ وَنُحَاسٌ فَلَا تَنتَصِرَانِ
Isin lamaan irratti boba’aa Ibidda irraa ta’eefi sibiila baqetu ergamaErgasii of irraa dhorguu hin dandeessanu
36فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
37فَإِذَا انشَقَّتِ السَّمَاءُ فَكَانَتْ وَرْدَةً كَالدِّهَانِ
Yeroo samiin dhodhootee diimtuu akka dhadhaa taate
38فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
39فَيَوْمَئِذٍ لَّا يُسْأَلُ عَن ذَنبِهِ إِنسٌ وَلَا جَانٌّ
Ilmi namaas ta’ee jinniin guyyaa san dilii isaa irraa hin gaafatamu
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 37

Suuratu Ar-Rahman Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo samiin dhodhootee diimtuu akka dhadhaa taate

Suuratu Aayah 37/78 — Suuratu Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ar-Rahman Caqasi, Suuratu Ar-Rahman Hiikkaa, Suuratu Ar-Rahman mp3, Suuratu Ar-Rahman pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers