Ar-Rahman · 8/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
أَلَّا تَطْغَوْا فِي الْمِيزَانِ ۝٨
Allaa tatghaw fil meezaan
📖 Afaan Oromoon
Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 6-10 — Ar-Rahman

6وَالنَّجْمُ وَالشَّجَرُ يَسْجُدَانِ
Biqilaafi mukkeenis (Allaahf) sujuudu
7وَالسَّمَاءَ رَفَعَهَا وَوَضَعَ الْمِيزَانَ
Samii ol ishee fuudhe; madaalas ni kaaye
8أَلَّا تَطْغَوْا فِي الْمِيزَانِ
Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha
9وَأَقِيمُوا الْوَزْنَ بِالْقِسْطِ وَلَا تُخْسِرُوا الْمِيزَانَ
Madaala sirriitti qajeelchaa; madaala hin hir’isinaa
10وَالْأَرْضَ وَضَعَهَا لِلْأَنَامِ
Dachiis uumama hundaaf ishee kaaye
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 8

Suuratu Ar-Rahman Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Akka isin madaala keessatti daangaa hin dabrineef jecha

Suuratu Aayah 8/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers