Ar-Rahman · 24/78
Hiikkaa Sagaleeffama — Ar-Rahman
وَلَهُ الْجَوَارِ الْمُنشَآتُ فِي الْبَحْرِ كَالْأَعْلَامِ ۝٢٤
Wa lahul jawaaril mun sha`aatu fil bahri kal a`laam
📖 Afaan Oromoon
Dooniiwwan tolfaman kan akka gaarreenii galaana keessa yaa’an kan Isaati

🎧 Caqasi


📜 Aayah 22-26 — Ar-Rahman

22يَخْرُجُ مِنْهُمَا اللُّؤْلُؤُ وَالْمَرْجَانُ
Isaan lamaan irraayyuu faayaafi burjaanaatu baha
23فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
24وَلَهُ الْجَوَارِ الْمُنشَآتُ فِي الْبَحْرِ كَالْأَعْلَامِ
Dooniiwwan tolfaman kan akka gaarreenii galaana keessa yaa’an kan Isaati
25فَبِأَيِّ آلَاءِ رَبِّكُمَا تُكَذِّبَانِ
Tola Rabbii keesanii keessaa kamiin kijibsiiftu
26كُلُّ مَنْ عَلَيْهَا فَانٍ
Wanti ishee (dachii) gubbaa jiru hundi ni dhabama
Ar-RahmanTarreeffama Qur'ana
78Aayah
MedinanRevelation
24Aayah

Hiikkaa — Ar-Rahman 24

Suuratu Ar-Rahman Aayah 24 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dooniiwwan tolfaman kan akka gaarreenii galaana keessa yaa’an kan Isaati

Suuratu Aayah 24/78 — Ar-Rahman الرحمن (Medinan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ar-Rahman Caqasi, Ar-Rahman Hiikkaa, Ar-Rahman mp3, Ar-Rahman pdf. Aayah 22–26. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Wednesday, August 19, 2026

Don't forget us in your sincere prayers