Al-Ma'arij · 20/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
إِذَا مَسَّهُ الشَّرُّ جَزُوعًا ۝٢٠
Izaa massahush sharru jazoo`aa
📖 Afaan Oromoon
Yeroo hamtuun isa tuqe dallanaadha (gammachuu dhaba)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 18-22 — Suuratu Al-Ma'arij

18وَجَمَعَ فَأَوْعَىٰ
(Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti)
19۞ إِنَّ الْإِنسَانَ خُلِقَ هَلُوعًا
Dhugumatti, namni obsa dhabeessa taee uumame
20إِذَا مَسَّهُ الشَّرُّ جَزُوعًا
Yeroo hamtuun isa tuqe dallanaadha (gammachuu dhaba)
21وَإِذَا مَسَّهُ الْخَيْرُ مَنُوعًا
Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha
22إِلَّا الْمُصَلِّينَ
Warra sagadan malee
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
20Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 20

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 20 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo hamtuun isa tuqe dallanaadha (gammachuu dhaba)

Suuratu Aayah 20/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 18–22. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers