Al-Ma'arij · 21/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
وَإِذَا مَسَّهُ الْخَيْرُ مَنُوعًا ۝٢١
Wa izaa massahul khairu manoo`aa
📖 Afaan Oromoon
Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 19-23 — Suuratu Al-Ma'arij

19۞ إِنَّ الْإِنسَانَ خُلِقَ هَلُوعًا
Dhugumatti, namni obsa dhabeessa taee uumame
20إِذَا مَسَّهُ الشَّرُّ جَزُوعًا
Yeroo hamtuun isa tuqe dallanaadha (gammachuu dhaba)
21وَإِذَا مَسَّهُ الْخَيْرُ مَنُوعًا
Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha
22إِلَّا الْمُصَلِّينَ
Warra sagadan malee
23الَّذِينَ هُمْ عَلَىٰ صَلَاتِهِمْ دَائِمُونَ
Isaan salaata isaanii irratti gadi dhaabbatan (dawwaman malee)
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
21Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 21

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 21 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo wanti gaariin isa tuqe immoo dhorgataadha

Suuratu Aayah 21/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 19–23. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers