Al-Ma'arij · 4/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
تَعْرُجُ الْمَلَائِكَةُ وَالرُّوحُ إِلَيْهِ فِي يَوْمٍ كَانَ مِقْدَارُهُ خَمْسِينَ أَلْفَ سَنَةٍ ۝٤
Ta`rujul malaaa`ikatu war Roohu ilaihi fee yawmin kaana miqdaaruhoo khamseena alfa sanah
📖 Afaan Oromoon
Malaykonniifi Jibiriil guyyaa shallagni isaa waggoota kuma shantama tae keessatti gara Isaa ol koru

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 2-6 — Suuratu Al-Ma'arij

2لِّلْكَافِرِينَ لَيْسَ لَهُ دَافِعٌ
Kan kaafirootatti (argamu kadhate); wanti isa (adabicha) deebisu hin jiru
3مِّنَ اللَّهِ ذِي الْمَعَارِجِ
Rabbii Abbaa kortoowwanii tae irraa (argama)
4تَعْرُجُ الْمَلَائِكَةُ وَالرُّوحُ إِلَيْهِ فِي يَوْمٍ كَانَ مِقْدَارُهُ خَمْسِينَ أَلْفَ سَنَةٍ
Malaykonniifi Jibiriil guyyaa shallagni isaa waggoota kuma shantama tae keessatti gara Isaa ol koru
5فَاصْبِرْ صَبْرًا جَمِيلًا
Obsa gaarii obsi
6إِنَّهُمْ يَرَوْنَهُ بَعِيدًا
Isaan (adabicha) fagoo taasisanii isa ilaalu
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
4Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 4

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 4 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Malaykonniifi Jibiriil guyyaa shallagni isaa waggoota kuma shantama tae keessatti…

Suuratu Aayah 4/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 2–6. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers