Al-Ma'arij · 15/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
كَلَّا ۖ إِنَّهَا لَظَىٰ ۝١٥
Kallaa innahaa lazaa
📖 Afaan Oromoon
Dhorgamaa! Dhugummatti, isheen balala ibiddaati

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 13-17 — Suuratu Al-Ma'arij

13وَفَصِيلَتِهِ الَّتِي تُؤْوِيهِ
Firoota isaa kan ofitti isa maxxanfattuunis
14وَمَن فِي الْأَرْضِ جَمِيعًا ثُمَّ يُنجِيهِ
Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa baasuu (jaalata)
15كَلَّا ۖ إِنَّهَا لَظَىٰ
Dhorgamaa! Dhugummatti, isheen balala ibiddaati
16نَزَّاعَةً لِّلشَّوَىٰ
Buqqiftuu gogaa sammuuti
17تَدْعُو مَنْ أَدْبَرَ وَتَوَلَّىٰ
Nama (amantii irraa) duubatti deebiee, gara gale ni waamti
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
15Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 15

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 15 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhorgamaa! Dhugummatti, isheen balala ibiddaati

Suuratu Aayah 15/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 13–17. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers