Al-Ma'arij · 18/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
وَجَمَعَ فَأَوْعَىٰ ۝١٨
W jama`a fa aw`aa
📖 Afaan Oromoon
(Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 16-20 — Suuratu Al-Ma'arij

16نَزَّاعَةً لِّلشَّوَىٰ
Buqqiftuu gogaa sammuuti
17تَدْعُو مَنْ أَدْبَرَ وَتَوَلَّىٰ
Nama (amantii irraa) duubatti deebiee, gara gale ni waamti
18وَجَمَعَ فَأَوْعَىٰ
(Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti)
19۞ إِنَّ الْإِنسَانَ خُلِقَ هَلُوعًا
Dhugumatti, namni obsa dhabeessa taee uumame
20إِذَا مَسَّهُ الشَّرُّ جَزُوعًا
Yeroo hamtuun isa tuqe dallanaadha (gammachuu dhaba)
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
18Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 18

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 18 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Qabeenya) walitti qabee (zakaa odoo hin kennin) lakkaa’u (hunda waamti)

Suuratu Aayah 18/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 16–20. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers