Al-Ma'arij · 9/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
وَتَكُونُ الْجِبَالُ كَالْعِهْنِ ۝٩
Wa takoonul jibaalu kal`ihn
📖 Afaan Oromoon
(Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 7-11 — Suuratu Al-Ma'arij

7وَنَرَاهُ قَرِيبًا
Nuti immoo dhihootti isa argina
8يَوْمَ تَكُونُ السَّمَاءُ كَالْمُهْلِ
Guyyaa Samiin akka meeta baqee taatu
9وَتَكُونُ الْجِبَالُ كَالْعِهْنِ
(Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu
10وَلَا يَسْأَلُ حَمِيمٌ حَمِيمًا
(Guyyaa) firri fira hin gaafanne
11يُبَصَّرُونَهُمْ ۚ يَوَدُّ الْمُجْرِمُ لَوْ يَفْتَدِي مِنْ عَذَابِ يَوْمِئِذٍ بِبَنِيهِ
Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii jalaa bilisa baee jaalata
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
9Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 9

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 9 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu

Suuratu Aayah 9/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 7–11. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers