Al-Ma'arij · 3/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
مِّنَ اللَّهِ ذِي الْمَعَارِجِ ۝٣
Minal laahi zil ma`aarij
📖 Afaan Oromoon
Rabbii Abbaa kortoowwanii tae irraa (argama)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 1-5 — Suuratu Al-Ma'arij

1سَأَلَ سَائِلٌ بِعَذَابٍ وَاقِعٍ
Adaba (kaafiroota irratti) argamaa tae kadhataan wahii kadhate
2لِّلْكَافِرِينَ لَيْسَ لَهُ دَافِعٌ
Kan kaafirootatti (argamu kadhate); wanti isa (adabicha) deebisu hin jiru
3مِّنَ اللَّهِ ذِي الْمَعَارِجِ
Rabbii Abbaa kortoowwanii tae irraa (argama)
4تَعْرُجُ الْمَلَائِكَةُ وَالرُّوحُ إِلَيْهِ فِي يَوْمٍ كَانَ مِقْدَارُهُ خَمْسِينَ أَلْفَ سَنَةٍ
Malaykonniifi Jibiriil guyyaa shallagni isaa waggoota kuma shantama tae keessatti gara Isaa ol koru
5فَاصْبِرْ صَبْرًا جَمِيلًا
Obsa gaarii obsi
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
3Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 3

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 3 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbii Abbaa kortoowwanii tae irraa (argama)

Suuratu Aayah 3/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 1–5. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers