Al-Ma'arij · 12/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
وَصَاحِبَتِهِ وَأَخِيهِ ۝١٢
Wa saahibatihee wa akheeh
📖 Afaan Oromoon
Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 10-14 — Suuratu Al-Ma'arij

10وَلَا يَسْأَلُ حَمِيمٌ حَمِيمًا
(Guyyaa) firri fira hin gaafanne
11يُبَصَّرُونَهُمْ ۚ يَوَدُّ الْمُجْرِمُ لَوْ يَفْتَدِي مِنْ عَذَابِ يَوْمِئِذٍ بِبَنِيهِ
Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii jalaa bilisa baee jaalata
12وَصَاحِبَتِهِ وَأَخِيهِ
Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata)
13وَفَصِيلَتِهِ الَّتِي تُؤْوِيهِ
Firoota isaa kan ofitti isa maxxanfattuunis
14وَمَن فِي الْأَرْضِ جَمِيعًا ثُمَّ يُنجِيهِ
Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa baasuu (jaalata)
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
12Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 12

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 12 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata)

Suuratu Aayah 12/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 10–14. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers