Al-Ma'arij · 10/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
وَلَا يَسْأَلُ حَمِيمٌ حَمِيمًا ۝١٠
Wa laa yas`alu hameemun hameemaa
📖 Afaan Oromoon
(Guyyaa) firri fira hin gaafanne

🎧 Caqasi


📜 Aayah 8-12 — Suuratu Al-Ma'arij

8يَوْمَ تَكُونُ السَّمَاءُ كَالْمُهْلِ
Guyyaa Samiin akka meeta baqee taatu
9وَتَكُونُ الْجِبَالُ كَالْعِهْنِ
(Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu
10وَلَا يَسْأَلُ حَمِيمٌ حَمِيمًا
(Guyyaa) firri fira hin gaafanne
11يُبَصَّرُونَهُمْ ۚ يَوَدُّ الْمُجْرِمُ لَوْ يَفْتَدِي مِنْ عَذَابِ يَوْمِئِذٍ بِبَنِيهِ
Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii jalaa bilisa baee jaalata
12وَصَاحِبَتِهِ وَأَخِيهِ
Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata)
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
10Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 10

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 10 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Guyyaa) firri fira hin gaafanne

Suuratu Aayah 10/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 8–12. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers