Al-Ma'arij · 8/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
يَوْمَ تَكُونُ السَّمَاءُ كَالْمُهْلِ ۝٨
Yawma takoonus samaaa`u kalmuhl
📖 Afaan Oromoon
Guyyaa Samiin akka meeta baqee taatu

🎧 Caqasi


📜 Aayah 6-10 — Suuratu Al-Ma'arij

6إِنَّهُمْ يَرَوْنَهُ بَعِيدًا
Isaan (adabicha) fagoo taasisanii isa ilaalu
7وَنَرَاهُ قَرِيبًا
Nuti immoo dhihootti isa argina
8يَوْمَ تَكُونُ السَّمَاءُ كَالْمُهْلِ
Guyyaa Samiin akka meeta baqee taatu
9وَتَكُونُ الْجِبَالُ كَالْعِهْنِ
(Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu
10وَلَا يَسْأَلُ حَمِيمٌ حَمِيمًا
(Guyyaa) firri fira hin gaafanne
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
8Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 8

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 8 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Guyyaa Samiin akka meeta baqee taatu

Suuratu Aayah 8/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 6–10. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers