Al-Ma'arij · 30/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ ۝٣٠
Illaa `alaaa azwaajihim aw maa malakat aymaanuhum fainnahum ghairu maloomeen
📖 Afaan Oromoon
Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti

🎧 Caqasi


📜 Aayah 28-32 — Suuratu Al-Ma'arij

28إِنَّ عَذَابَ رَبِّهِمْ غَيْرُ مَأْمُونٍ
Dhugumatti, adabbiin Gooftaa isaanii amanamaa miti
29وَالَّذِينَ هُمْ لِفُرُوجِهِمْ حَافِظُونَ
Isaan qaama saalaa isaanii tiiksan
30إِلَّا عَلَىٰ أَزْوَاجِهِمْ أَوْ مَا مَلَكَتْ أَيْمَانُهُمْ فَإِنَّهُمْ غَيْرُ مَلُومِينَ
Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti, isaan komatamoo miti
31فَمَنِ ابْتَغَىٰ وَرَاءَ ذَٰلِكَ فَأُولَٰئِكَ هُمُ الْعَادُونَ
Namni sanaan ala barbaade immoo, isaan warra daangaa dabroodha
32وَالَّذِينَ هُمْ لِأَمَانَاتِهِمْ وَعَهْدِهِمْ رَاعُونَ
Ammas isaan amaanaa isaaniitiifi waadaa isaanii eegan
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
30Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 30

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 30 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Niitolii isaanii yookiin waan mirgi isaanii horatan irratti malee; dhugumatti,…

Suuratu Aayah 30/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 28–32. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers