Al-Ma'arij · 14/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
وَمَن فِي الْأَرْضِ جَمِيعًا ثُمَّ يُنجِيهِ ۝١٤
Wa man fil ardi jamee`an summa yunjeeh
📖 Afaan Oromoon
Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa baasuu (jaalata)

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 12-16 — Suuratu Al-Ma'arij

12وَصَاحِبَتِهِ وَأَخِيهِ
Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata)
13وَفَصِيلَتِهِ الَّتِي تُؤْوِيهِ
Firoota isaa kan ofitti isa maxxanfattuunis
14وَمَن فِي الْأَرْضِ جَمِيعًا ثُمَّ يُنجِيهِ
Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa baasuu (jaalata)
15كَلَّا ۖ إِنَّهَا لَظَىٰ
Dhorgamaa! Dhugummatti, isheen balala ibiddaati
16نَزَّاعَةً لِّلشَّوَىٰ
Buqqiftuu gogaa sammuuti
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
14Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 14

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 14 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Nama dachii keessaa hunda (kennee) ergasii (fidaan sun) nagaa isa…

Suuratu Aayah 14/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 12–16. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 29, 2026

Don't forget us in your sincere prayers