Al-Ma'arij · 37/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Al-Ma'arij
عَنِ الْيَمِينِ وَعَنِ الشِّمَالِ عِزِينَ ۝٣٧
Anil yameeni wa `anish shimaali `izeen
📖 Afaan Oromoon
Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 35-39 — Al-Ma'arij

35أُولَٰئِكَ فِي جَنَّاتٍ مُّكْرَمُونَ
Warri sun jannata keessatti kabajamoodha
36فَمَالِ الَّذِينَ كَفَرُوا قِبَلَكَ مُهْطِعِينَ
Warra kafareef maaltu jiraayi gara kee ariifatu
37عَنِ الْيَمِينِ وَعَنِ الشِّمَالِ عِزِينَ
Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii
38أَيَطْمَعُ كُلُّ امْرِئٍ مِّنْهُمْ أَن يُدْخَلَ جَنَّةَ نَعِيمٍ
Sila namni isaan irraa tae hundi jannata qananii seensifamuu kajeelaa
39كَلَّا ۖ إِنَّا خَلَقْنَاهُم مِّمَّا يَعْلَمُونَ
Haa dhorgamanu! Nuti waanuma isaan beekan irraa isaan uumne
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
37Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 37

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 37 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Garee gareen mirgaafi bitaa irra guutanii

Suuratu Aayah 37/44 — Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Al-Ma'arij Caqasi, Al-Ma'arij Hiikkaa, Al-Ma'arij mp3, Al-Ma'arij pdf. Aayah 35–39. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers