Al-Ma'arij · 11/44
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Ma'arij
يُبَصَّرُونَهُمْ ۚ يَوَدُّ الْمُجْرِمُ لَوْ يَفْتَدِي مِنْ عَذَابِ يَوْمِئِذٍ بِبَنِيهِ ۝١١
Yubassaroonahum; ya waddul mujrimu law yaftadee min `azaabi yawma`izim bibaneeh
📖 Afaan Oromoon
Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii jalaa bilisa baee jaalata

M Mishary Rashid Alafasy ✓
M Mahmoud Khalil Al-Husary ✓
A Abdurrahman As-Sudais ✓
M Mohamed Siddiq Al-Minshawi ✓
A Abdul Basit Abdul Samad ✓
A Ali Al-Hudhaify ✓
A Ahmed ibn Ali al-Ajamy ✓
A Abu Bakr Ash-Shaatree ✓
M Muhammad Ayyoub ✓
A Abdullah Basfar ✓
A Abdullah Al-Juhani ✓
M Maher Al Muaiqly ✓
0:00
0:00


📜 Aayah 9-13 — Suuratu Al-Ma'arij

9وَتَكُونُ الْجِبَالُ كَالْعِهْنِ
(Guyyaa) Gaarreenis akka jibrii hiddamee taatu
10وَلَا يَسْأَلُ حَمِيمٌ حَمِيمًا
(Guyyaa) firri fira hin gaafanne
11يُبَصَّرُونَهُمْ ۚ يَوَدُّ الْمُجْرِمُ لَوْ يَفْتَدِي مِنْ عَذَابِ يَوْمِئِذٍ بِبَنِيهِ
Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii jalaa bilisa baee jaalata
12وَصَاحِبَتِهِ وَأَخِيهِ
Niitii isaatiifi obboleessa isaatiinis (odoo bilisa ba’ee jaalata)
13وَفَصِيلَتِهِ الَّتِي تُؤْوِيهِ
Firoota isaa kan ofitti isa maxxanfattuunis
Al-Ma'arijTarreeffama Qur'ana
44Aayah
MeccanRevelation
11Aayah

Hiikkaa — Al-Ma'arij 11

Suuratu Al-Ma'arij Aayah 11 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan agarsiifamuNamni dilaawaan odoo ilmaan isaa kennee adabbii guyyaa sanii…

Suuratu Aayah 11/44 — Suuratu Al-Ma'arij المعارج (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Ma'arij Caqasi, Suuratu Al-Ma'arij Hiikkaa, Suuratu Al-Ma'arij mp3, Suuratu Al-Ma'arij pdf. Aayah 9–13. Afaan Oromoon: العربية.





Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 28, 2026

Don't forget us in your sincere prayers