Yunus · 97/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
وَلَوْ جَاءَتْهُمْ كُلُّ آيَةٍ حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ ۝٩٧
Wa law jaaa`at hum kullu Aayatin hattaa yarawul `azaabal aleem
📖 Afaan Oromoon
Odoo mallattoon hundi isaanitti dhufanillee hanga adabbii laalessaa arganitti (hin amanan)

🎧 Caqasi


📜 Aayah 95-99 — Yunus

95وَلَا تَكُونَنَّ مِنَ الَّذِينَ كَذَّبُوا بِآيَاتِ اللَّهِ فَتَكُونَ مِنَ الْخَاسِرِينَ
Isaan keeyyattoota Rabbii kijibsiisan irraas hin ta’in; hoongoftoota irraa taataa
96إِنَّ الَّذِينَ حَقَّتْ عَلَيْهِمْ كَلِمَتُ رَبِّكَ لَا يُؤْمِنُونَ
Dhugumatti, warri jechi Gooftaa keetii isaan irratti mirkanoofte hin amanan
97وَلَوْ جَاءَتْهُمْ كُلُّ آيَةٍ حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Odoo mallattoon hundi isaanitti dhufanillee hanga adabbii laalessaa arganitti (hin amanan)
98فَلَوْلَا كَانَتْ قَرْيَةٌ آمَنَتْ فَنَفَعَهَا إِيمَانُهَا إِلَّا قَوْمَ يُونُسَ لَمَّا آمَنُوا كَشَفْنَا عَنْهُمْ عَذَابَ الْخِزْيِ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَمَتَّعْنَاهُمْ إِلَىٰ حِينٍ
Sila magaalaan (erga adabbii Rabbii argitee) amantee ergasii iimaanni ishee ishee fayyade ummata Yuunus malee maaliif hin jiraatini? (Hin jiru jechuu dha)Isaan amannaan jireenya addunyaa keessatti adabbii salphisaa ta’e isaan irraa fuunee, hanga yeroo murtaa’eettis isaan qanansiifne
99وَلَوْ شَاءَ رَبُّكَ لَآمَنَ مَن فِي الْأَرْضِ كُلُّهُمْ جَمِيعًا ۚ أَفَأَنتَ تُكْرِهُ النَّاسَ حَتَّىٰ يَكُونُوا مُؤْمِنِينَ
Gooftaan kee odoo fedhee namni dachii keessa jiru hundi ni amana tureSila ati hanga isaan mu’uminoota ta’anitti namoota dirqisiiftaa
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
97Aayah

Hiikkaa — Yunus 97

Suuratu Yunus Aayah 97 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Odoo mallattoon hundi isaanitti dhufanillee hanga adabbii laalessaa arganitti (hin…

Suuratu Aayah 97/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 95–99. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers