Yunus · 98/109
Hiikkaa Sagaleeffama — Yunus
فَلَوْلَا كَانَتْ قَرْيَةٌ آمَنَتْ فَنَفَعَهَا إِيمَانُهَا إِلَّا قَوْمَ يُونُسَ لَمَّا آمَنُوا كَشَفْنَا عَنْهُمْ عَذَابَ الْخِزْيِ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَمَتَّعْنَاهُمْ إِلَىٰ حِينٍ ۝٩٨
Falaw laa kaanat qaryatun aamanat fanafa`ahaaa eemaanuhaaa illaa qawma Yoonusa lammaaa aamanoo kashafnaa `anhum `azaabal khizyi fil hayaatid dunyaa wa matta`naahum ilaa heen
📖 Afaan Oromoon
Sila magaalaan (erga adabbii Rabbii argitee) amantee ergasii iimaanni ishee ishee fayyade ummata Yuunus malee maaliif hin jiraatini? (Hin jiru jechuu dha)Isaan amannaan jireenya addunyaa keessatti adabbii salphisaa ta’e isaan irraa fuunee, hanga yeroo murtaa’eettis isaan qanansiifne
🎧 Caqasi

📜 Aayah 96-100 — Yunus

96إِنَّ الَّذِينَ حَقَّتْ عَلَيْهِمْ كَلِمَتُ رَبِّكَ لَا يُؤْمِنُونَ
Dhugumatti, warri jechi Gooftaa keetii isaan irratti mirkanoofte hin amanan
97وَلَوْ جَاءَتْهُمْ كُلُّ آيَةٍ حَتَّىٰ يَرَوُا الْعَذَابَ الْأَلِيمَ
Odoo mallattoon hundi isaanitti dhufanillee hanga adabbii laalessaa arganitti (hin amanan)
98فَلَوْلَا كَانَتْ قَرْيَةٌ آمَنَتْ فَنَفَعَهَا إِيمَانُهَا إِلَّا قَوْمَ يُونُسَ لَمَّا آمَنُوا كَشَفْنَا عَنْهُمْ عَذَابَ الْخِزْيِ فِي الْحَيَاةِ الدُّنْيَا وَمَتَّعْنَاهُمْ إِلَىٰ حِينٍ
Sila magaalaan (erga adabbii Rabbii argitee) amantee ergasii iimaanni ishee ishee fayyade ummata Yuunus malee maaliif hin jiraatini? (Hin jiru jechuu dha)Isaan amannaan jireenya addunyaa keessatti adabbii salphisaa ta’e isaan irraa fuunee, hanga yeroo murtaa’eettis isaan qanansiifne
99وَلَوْ شَاءَ رَبُّكَ لَآمَنَ مَن فِي الْأَرْضِ كُلُّهُمْ جَمِيعًا ۚ أَفَأَنتَ تُكْرِهُ النَّاسَ حَتَّىٰ يَكُونُوا مُؤْمِنِينَ
Gooftaan kee odoo fedhee namni dachii keessa jiru hundi ni amana tureSila ati hanga isaan mu’uminoota ta’anitti namoota dirqisiiftaa
100وَمَا كَانَ لِنَفْسٍ أَن تُؤْمِنَ إِلَّا بِإِذْنِ اللَّهِ ۚ وَيَجْعَلُ الرِّجْسَ عَلَى الَّذِينَ لَا يَعْقِلُونَ
Lubbuu kamiifuu hayyama Rabbiitiin ala amanuun hin taaneIsaan sammuu hin qabne irrattiis adabbii taasisa
YunusTarreeffama Qur'ana
109Aayah
MeccanRevelation
98Aayah

Hiikkaa — Yunus 98

Suuratu Yunus Aayah 98 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Sila magaalaan (erga adabbii Rabbii argitee) amantee ergasii iimaanni ishee…

Suuratu Aayah 98/109 — Yunus يونس (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yunus Caqasi, Yunus Hiikkaa, Yunus mp3, Yunus pdf. Aayah 96–100. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers