Yusuf · 52/111
Hiikkaa Sagaleeffama — Yusuf
ذَٰلِكَ لِيَعْلَمَ أَنِّي لَمْ أَخُنْهُ بِالْغَيْبِ وَأَنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي كَيْدَ الْخَائِنِينَ ۝٥٢
Zaalika liya`lama annee lam akhunhu bilghaibi wa annal laaha laa yahdee kaidal khaaa`ineen
📖 Afaan Oromoon
(Yuusufis) “kun (gooftaan kiyya) fagootti (bakka inni hin jirretti) akka an isa hin ganiniifi Rabbiin dhugumatti tooftaa gantootaa hin sirreessu jechuu akka beekuufi” (jedhe)
🎧 Caqasi

📜 Aayah 50-54 — Yusuf

50وَقَالَ الْمَلِكُ ائْتُونِي بِهِ ۖ فَلَمَّا جَاءَهُ الرَّسُولُ قَالَ ارْجِعْ إِلَىٰ رَبِّكَ فَاسْأَلْهُ مَا بَالُ النِّسْوَةِ اللَّاتِي قَطَّعْنَ أَيْدِيَهُنَّ ۚ إِنَّ رَبِّي بِكَيْدِهِنَّ عَلِيمٌ
Mootichis “Isa natti fidaa jedhe.” Yeroma ergamaan (mootichaa) isatti dhufu, (Yuusuf) ni jedhe: “Gara gooftaa keetii deebi’ii ‘waa’een dubartoota harka isaanii muranii maali’ (jedhii) isa gaafadhuDhugumatti Gooftaan kiyya tooftaa isaanii beekaadha.”
51قَالَ مَا خَطْبُكُنَّ إِذْ رَاوَدتُّنَّ يُوسُفَ عَن نَّفْسِهِ ۚ قُلْنَ حَاشَ لِلَّهِ مَا عَلِمْنَا عَلَيْهِ مِن سُوءٍ ۚ قَالَتِ امْرَأَتُ الْعَزِيزِ الْآنَ حَصْحَصَ الْحَقُّ أَنَا رَاوَدتُّهُ عَن نَّفْسِهِ وَإِنَّهُ لَمِنَ الصَّادِقِينَ
(Mootichis) “Yeroo Yuusufiin (qunn-amtii saalaatiif) lubbuu isaa irra isa barbaaddan haalli keessan maal ture” jedheen(Dubartoonnis) ni jedhan: “Rabbiin qulqullaa’ee hamtuu tokkollee isa irratti hin beeknu.” Niitiin mootichaas “Amma dhugaan ifa ta’eeraAnatu (qunnamtii saalaatiif) isa fedheDhugumatti, inni warreen dhugaa dubbatan irraayyi.”
52ذَٰلِكَ لِيَعْلَمَ أَنِّي لَمْ أَخُنْهُ بِالْغَيْبِ وَأَنَّ اللَّهَ لَا يَهْدِي كَيْدَ الْخَائِنِينَ
(Yuusufis) “kun (gooftaan kiyya) fagootti (bakka inni hin jirretti) akka an isa hin ganiniifi Rabbiin dhugumatti tooftaa gantootaa hin sirreessu jechuu akka beekuufi” (jedhe)
53۞ وَمَا أُبَرِّئُ نَفْسِي ۚ إِنَّ النَّفْسَ لَأَمَّارَةٌ بِالسُّوءِ إِلَّا مَا رَحِمَ رَبِّي ۚ إِنَّ رَبِّي غَفُورٌ رَّحِيمٌ
“Lubbuu kiyyas hin qulqulleessuDhugumatti, nama Gooftaan kiyya rahmata godheef malee lubbuun hamtuutti ajajjuudhaDhugumatti, Gooftaan kiyya araaramaa, rahmata godhaadha.”
54وَقَالَ الْمَلِكُ ائْتُونِي بِهِ أَسْتَخْلِصْهُ لِنَفْسِي ۖ فَلَمَّا كَلَّمَهُ قَالَ إِنَّكَ الْيَوْمَ لَدَيْنَا مَكِينٌ أَمِينٌ
Mootichis ni jedhe: “lubbuu kootiifan isa qulqulleessaa isaan natti kottaaYeroma isa (Yuusufiin) hasofsiisu, “Dhugumatti, ati har’a nu biratti mijjeeffataa amanamaadha” jedheen
YusufTarreeffama Qur'ana
111Aayah
MeccanRevelation
52Aayah

Hiikkaa — Yusuf 52

Suuratu Yusuf Aayah 52 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : (Yuusufis) “kun (gooftaan kiyya) fagootti (bakka inni hin jirretti) akka…

Suuratu Aayah 52/111 — Yusuf يوسف (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Yusuf Caqasi, Yusuf Hiikkaa, Yusuf mp3, Yusuf pdf. Aayah 50–54. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers