Al-Hijr · 57/99
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Hijr
قَالَ فَمَا خَطْبُكُمْ أَيُّهَا الْمُرْسَلُونَ ۝٥٧
Qaala famaa khatbukum aiyuhal mursaloon
📖 Afaan Oromoon
“Isin yaa warra ergamtootaa! Dhimmi (haalli) keessan maali?” jedheen

🎧 Caqasi


📜 Aayah 55-59 — Suuratu Al-Hijr

55قَالُوا بَشَّرْنَاكَ بِالْحَقِّ فَلَا تَكُن مِّنَ الْقَانِطِينَ
“(Nuti) dhugamaan si gammachiifne; Abdii kutattoota irraa hin ta’in” jedhaniin
56قَالَ وَمَن يَقْنَطُ مِن رَّحْمَةِ رَبِّهِ إِلَّا الضَّالُّونَ
“Jallattoota malee Rahmata Gooftaa isaa irraa eenyutu abdii kutata?” jedhe
57قَالَ فَمَا خَطْبُكُمْ أَيُّهَا الْمُرْسَلُونَ
“Isin yaa warra ergamtootaa! Dhimmi (haalli) keessan maali?” jedheen
58قَالُوا إِنَّا أُرْسِلْنَا إِلَىٰ قَوْمٍ مُّجْرِمِينَ
“Nuti dhugumatti, gara ummata yakkamtootaatti ergamne” jedhan
59إِلَّا آلَ لُوطٍ إِنَّا لَمُنَجُّوهُمْ أَجْمَعِينَ
“Garuu maatii Luux dhugumatti, nuti hunduma ta’anii isaan baraarsoodha.”
Al-HijrTarreeffama Qur'ana
99Aayah
MeccanRevelation
57Aayah

Hiikkaa — Al-Hijr 57

Suuratu Al-Hijr Aayah 57 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : “Isin yaa warra ergamtootaa! Dhimmi (haalli) keessan maali?” jedheen

Suuratu Aayah 57/99 — Suuratu Al-Hijr الحجر (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Hijr Caqasi, Suuratu Al-Hijr Hiikkaa, Suuratu Al-Hijr mp3, Suuratu Al-Hijr pdf. Aayah 55–59. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers