An-Nahl · 121/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
شَاكِرًا لِّأَنْعُمِهِ ۚ اجْتَبَاهُ وَهَدَاهُ إِلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ ۝١٢١
Shaakiral li an`umih; ijtabaahu wa hadaahu ilaa Siraatim Muustaqeem
📖 Afaan Oromoon
Tolawwan Isaatiif galatoomfataa ture(Rabbiin) isa filatee gara karaa sirriis isa qajeelche
🎧 Caqasi

📜 Aayah 119-123 — An-Nahl

119ثُمَّ إِنَّ رَبَّكَ لِلَّذِينَ عَمِلُوا السُّوءَ بِجَهَالَةٍ ثُمَّ تَابُوا مِن بَعْدِ ذَٰلِكَ وَأَصْلَحُوا إِنَّ رَبَّكَ مِن بَعْدِهَا لَغَفُورٌ رَّحِيمٌ
San booda Gooftaan kee isaan wallaalumaan hamtuu dalaganii sana booda tawbatanii (hojii isaanii) tolchan, dhugumatti Gooftaan kee ishee booda araaramaa, rahmata godhaadha
120إِنَّ إِبْرَاهِيمَ كَانَ أُمَّةً قَانِتًا لِّلَّهِ حَنِيفًا وَلَمْ يَكُ مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Dhugumatti Ibraahiim ogganaa Rabbiif ajajamaa, qajeelaa tureMushrikoota irraa hin taane
121شَاكِرًا لِّأَنْعُمِهِ ۚ اجْتَبَاهُ وَهَدَاهُ إِلَىٰ صِرَاطٍ مُّسْتَقِيمٍ
Tolawwan Isaatiif galatoomfataa ture(Rabbiin) isa filatee gara karaa sirriis isa qajeelche
122وَآتَيْنَاهُ فِي الدُّنْيَا حَسَنَةً ۖ وَإِنَّهُ فِي الْآخِرَةِ لَمِنَ الصَّالِحِينَ
Addunyaa keessattis toltuu isaaf kenninee jirraDhugumatti inni Aakhiraa keessattis gaggaarii irraayyi
123ثُمَّ أَوْحَيْنَا إِلَيْكَ أَنِ اتَّبِعْ مِلَّةَ إِبْرَاهِيمَ حَنِيفًا ۖ وَمَا كَانَ مِنَ الْمُشْرِكِينَ
Ergasii “karaa Ibraahiim qajeelaa ta’e hordofaa” (jechuun) beeksisa gara keetti gooneInni (Ibraahiim) mushrikoota irraa hin taane
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
121Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 121

Suuratu An-Nahl Aayah 121 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Tolawwan Isaatiif galatoomfataa ture(Rabbiin) isa filatee gara karaa sirriis isa…

Suuratu Aayah 121/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 119–123. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers