An-Nahl · 93/128
Hiikkaa Sagaleeffama — An-Nahl
وَلَوْ شَاءَ اللَّهُ لَجَعَلَكُمْ أُمَّةً وَاحِدَةً وَلَٰكِن يُضِلُّ مَن يَشَاءُ وَيَهْدِي مَن يَشَاءُ ۚ وَلَتُسْأَلُنَّ عَمَّا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ ۝٩٣
Wa law shaaa`al laahu laja`alakum ummmatanw waahidatanw wa laakiny yudillu many-yashaaa`u wa yahdee many-yashaaa`; wa latus`alunna `ammaa kuntum ta`maloon
📖 Afaan Oromoon
Rabbiin odoo fedhee ummata tokko isin taasisa tureGaruu nama fedhe ni jallisa; nama fedhes ni qajeelchaWaan dalagaa turtan irraas dhugumatti ni gaafatamtu
🎧 Caqasi

📜 Aayah 91-95 — An-Nahl

91وَأَوْفُوا بِعَهْدِ اللَّهِ إِذَا عَاهَدتُّمْ وَلَا تَنقُضُوا الْأَيْمَانَ بَعْدَ تَوْكِيدِهَا وَقَدْ جَعَلْتُمُ اللَّهَ عَلَيْكُمْ كَفِيلًا ۚ إِنَّ اللَّهَ يَعْلَمُ مَا تَفْعَلُونَ
Yeroo waadaa seentan waadaa Rabbii guutaaKakuus dhugumatti Rabbiin kan ragaa of irratti gootan taatanii eega ishee jabeessitanii booda hin diiginaaDhugumatti Rabbiin waan isin hojjattan ni beekaa
92وَلَا تَكُونُوا كَالَّتِي نَقَضَتْ غَزْلَهَا مِن بَعْدِ قُوَّةٍ أَنكَاثًا تَتَّخِذُونَ أَيْمَانَكُمْ دَخَلًا بَيْنَكُمْ أَن تَكُونَ أُمَّةٌ هِيَ أَرْبَىٰ مِنْ أُمَّةٍ ۚ إِنَّمَا يَبْلُوكُمُ اللَّهُ بِهِ ۚ وَلَيُبَيِّنَنَّ لَكُمْ يَوْمَ الْقِيَامَةِ مَا كُنتُمْ فِيهِ تَخْتَلِفُونَ
Ummanni tokko ummata biraa irra sababa baay’achuutiin kakuu keessan gidduu keessanitti (wal ganuuf) seensa godhattanii akka ishee jibrii ishee erga footee jabeessitee booda diiginsa diigdee hin ta’inaaRabbiin kanaan isin qormaatuuf (kana godhe)Guyyaa Qiyaamaas waan isa keessatti wal dhabaa turtan dhugumatti isiniif addeessa
93وَلَوْ شَاءَ اللَّهُ لَجَعَلَكُمْ أُمَّةً وَاحِدَةً وَلَٰكِن يُضِلُّ مَن يَشَاءُ وَيَهْدِي مَن يَشَاءُ ۚ وَلَتُسْأَلُنَّ عَمَّا كُنتُمْ تَعْمَلُونَ
Rabbiin odoo fedhee ummata tokko isin taasisa tureGaruu nama fedhe ni jallisa; nama fedhes ni qajeelchaWaan dalagaa turtan irraas dhugumatti ni gaafatamtu
94وَلَا تَتَّخِذُوا أَيْمَانَكُمْ دَخَلًا بَيْنَكُمْ فَتَزِلَّ قَدَمٌ بَعْدَ ثُبُوتِهَا وَتَذُوقُوا السُّوءَ بِمَا صَدَدتُّمْ عَن سَبِيلِ اللَّهِ ۖ وَلَكُمْ عَذَابٌ عَظِيمٌ
Faanti erga lafa qabattee booda akka hin mucucaanneefi sababaa karaa Rabbii irraa (namoota) deebiftaniif hamtuu akka hin dhandhamneef kakuu keessan gidduu keessanitti (wal ganuuf) seensa hin godhatinaa(Oggas) isiniif adabbii guddaatu jira
95وَلَا تَشْتَرُوا بِعَهْدِ اللَّهِ ثَمَنًا قَلِيلًا ۚ إِنَّمَا عِندَ اللَّهِ هُوَ خَيْرٌ لَّكُمْ إِن كُنتُمْ تَعْلَمُونَ
Waadaa Rabbiis maallaqa xiqqaatti hin gurguratinaaYoo kan beektan taatan dhugumatti, wanti Rabbiin bira jiru, isatu isiniif caalaadha
An-NahlTarreeffama Qur'ana
128Aayah
MeccanRevelation
93Aayah

Hiikkaa — An-Nahl 93

Suuratu An-Nahl Aayah 93 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Rabbiin odoo fedhee ummata tokko isin taasisa tureGaruu nama fedhe…

Suuratu Aayah 93/128 — An-Nahl النحل (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: An-Nahl Caqasi, An-Nahl Hiikkaa, An-Nahl mp3, An-Nahl pdf. Aayah 91–95. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers