Al-Anbiya · 13/112
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Anbiya
لَا تَرْكُضُوا وَارْجِعُوا إِلَىٰ مَا أُتْرِفْتُمْ فِيهِ وَمَسَاكِنِكُمْ لَعَلَّكُمْ تُسْأَلُونَ ۝١٣
Laa tarkudoo warji`ooo ilaa maaa utriftum feehe wa masaakinikum la`allakum tus`aloon
📖 Afaan Oromoon
Hin gulufinaa; akka gaafatamtaniif jecha gara waan isa keessatti qanansiifamtaniifi (gara) manneen keessanii deebi’aa

🎧 Caqasi


📜 Aayah 11-15 — Suuratu Al-Anbiya

11وَكَمْ قَصَمْنَا مِن قَرْيَةٍ كَانَتْ ظَالِمَةً وَأَنشَأْنَا بَعْدَهَا قَوْمًا آخَرِينَ
(Warra) gandaa miidhaa hojjattu taatee baayee balleessine; erga isheetii ummata biraa uumne
12فَلَمَّا أَحَسُّوا بَأْسَنَا إِذَا هُم مِّنْهَا يَرْكُضُونَ
Yeroo adabbii keenya argan, yeroma san isaan ishee irraa gulufu
13لَا تَرْكُضُوا وَارْجِعُوا إِلَىٰ مَا أُتْرِفْتُمْ فِيهِ وَمَسَاكِنِكُمْ لَعَلَّكُمْ تُسْأَلُونَ
Hin gulufinaa; akka gaafatamtaniif jecha gara waan isa keessatti qanansiifamtaniifi (gara) manneen keessanii deebi’aa
14قَالُوا يَا وَيْلَنَا إِنَّا كُنَّا ظَالِمِينَ
(Isaan) ni jedhan: “Yaa badii keenya! Dhugumatti, nuti miidhaa hojjattoota turre
15فَمَا زَالَت تِّلْكَ دَعْوَاهُمْ حَتَّىٰ جَعَلْنَاهُمْ حَصِيدًا خَامِدِينَ
Hanga haamamoo, dhaamoo isaan taasifnutti jechi (nuti miidhaa raawwattoota taane) jedhu watwaata isaanii ta’uu irraa hin deemne
Al-AnbiyaTarreeffama Qur'ana
112Aayah
MeccanRevelation
13Aayah

Hiikkaa — Al-Anbiya 13

Suuratu Al-Anbiya Aayah 13 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Hin gulufinaa; akka gaafatamtaniif jecha gara waan isa keessatti qanansiifamtaniifi…

Suuratu Aayah 13/112 — Suuratu Al-Anbiya الأنبياء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Anbiya Caqasi, Suuratu Al-Anbiya Hiikkaa, Suuratu Al-Anbiya mp3, Suuratu Al-Anbiya pdf. Aayah 11–15. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers