Al-Furqan · 64/77
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Al-Furqan
وَالَّذِينَ يَبِيتُونَ لِرَبِّهِمْ سُجَّدًا وَقِيَامًا ۝٦٤
Wallazeena yabeetoona li Rabbihim sujjadanw wa qiyaamaa
📖 Afaan Oromoon
Isaan Gooftaa isaaniitiif sujuuda godhaa; dhaabbataa bulaniidha

🎧 Caqasi


📜 Aayah 62-66 — Suuratu Al-Furqan

62وَهُوَ الَّذِي جَعَلَ اللَّيْلَ وَالنَّهَارَ خِلْفَةً لِّمَنْ أَرَادَ أَن يَذَّكَّرَ أَوْ أَرَادَ شُكُورًا
Inni Isa halkaniifi guyyaa namoota gorfamuu fedhaniif yookiin galata galchuu fedhaniif wal irraa bakka bu’aa taasiseedha
63وَعِبَادُ الرَّحْمَٰنِ الَّذِينَ يَمْشُونَ عَلَى الْأَرْضِ هَوْنًا وَإِذَا خَاطَبَهُمُ الْجَاهِلُونَ قَالُوا سَلَامًا
Gabroonni Rahmaan isaan suutaan Dachii irra deeman; yeroo wallaaltonni isaan dubbisanis “Salaaman” (nagaa) jedhanuudha
64وَالَّذِينَ يَبِيتُونَ لِرَبِّهِمْ سُجَّدًا وَقِيَامًا
Isaan Gooftaa isaaniitiif sujuuda godhaa; dhaabbataa bulaniidha
65وَالَّذِينَ يَقُولُونَ رَبَّنَا اصْرِفْ عَنَّا عَذَابَ جَهَنَّمَ ۖ إِنَّ عَذَابَهَا كَانَ غَرَامًا
Ammas warra jedhani: “(yaa) Gooftaa keenya! adabbii jahannam nurraa deebisi; dhugumatti adabbiin ishee kan nama irraa hin deemneedha
66إِنَّهَا سَاءَتْ مُسْتَقَرًّا وَمُقَامًا
Dhugumatti, isheen iddoo qubannaafi jireenyaa ta’uun fokkattee jirti.”
Al-FurqanTarreeffama Qur'ana
77Aayah
MeccanRevelation
64Aayah

Hiikkaa — Al-Furqan 64

Suuratu Al-Furqan Aayah 64 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Isaan Gooftaa isaaniitiif sujuuda godhaa; dhaabbataa bulaniidha

Suuratu Aayah 64/77 — Suuratu Al-Furqan الفرقان (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Al-Furqan Caqasi, Suuratu Al-Furqan Hiikkaa, Suuratu Al-Furqan mp3, Suuratu Al-Furqan pdf. Aayah 62–66. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Monday, September 7, 2026

Don't forget us in your sincere prayers