Ash-Shu'ara · 141/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
كَذَّبَتْ ثَمُودُ الْمُرْسَلِينَ ۝١٤١
Kazzabat Samoodul mursaleen
📖 Afaan Oromoon
Samuud (ummanni Saalih) ergamtoota sobsiifte

🎧 Caqasi


📜 Aayah 139-143 — Ash-Shu'ara

139فَكَذَّبُوهُ فَأَهْلَكْنَاهُمْ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Isa sobsiisanii Nutis isaan balleessineDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane
140وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
141كَذَّبَتْ ثَمُودُ الْمُرْسَلِينَ
Samuud (ummanni Saalih) ergamtoota sobsiifte
142إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ صَالِحٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Saalih isaaniin jedhe: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
143إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
141Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 141

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 141 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Samuud (ummanni Saalih) ergamtoota sobsiifte

Suuratu Aayah 141/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 139–143. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers