Ash-Shu'ara · 140/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ ۝١٤٠
Wa inna Rabbaka la huwal `Azeezur Raheem
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, Rabbiin kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 138-142 — Ash-Shu'ara

138وَمَا نَحْنُ بِمُعَذَّبِينَ
Nuti kan adabamnuu miti” [jedhan]
139فَكَذَّبُوهُ فَأَهْلَكْنَاهُمْ ۗ إِنَّ فِي ذَٰلِكَ لَآيَةً ۖ وَمَا كَانَ أَكْثَرُهُم مُّؤْمِنِينَ
Isa sobsiisanii Nutis isaan balleessineDhugumatti, kana keessa mallattootu jiraGaruu irra hedduun isaanii mu’uminoota hin taane
140وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
141كَذَّبَتْ ثَمُودُ الْمُرْسَلِينَ
Samuud (ummanni Saalih) ergamtoota sobsiifte
142إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ صَالِحٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Saalih isaaniin jedhe: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
140Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 140

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 140 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, Rabbiin kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha

Suuratu Aayah 140/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 138–142. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers