Ash-Shu'ara · 142/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Suuratu Ash-Shu'ara
إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ صَالِحٌ أَلَا تَتَّقُونَ ۝١٤٢
Iz qaala lahum akhoohum Saalihun alaa tattaqoon
📖 Afaan Oromoon
Yeroo obboleessi isaanii Saalih isaaniin jedhe: “Sila Rabbiin hin sodaattanii

🎧 Caqasi


📜 Aayah 140-144 — Suuratu Ash-Shu'ara

140وَإِنَّ رَبَّكَ لَهُوَ الْعَزِيزُ الرَّحِيمُ
Dhugumatti, Rabbiin kee Isatu injifataa, rahmata godhaadha
141كَذَّبَتْ ثَمُودُ الْمُرْسَلِينَ
Samuud (ummanni Saalih) ergamtoota sobsiifte
142إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ صَالِحٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Saalih isaaniin jedhe: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
143إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Ani isiniif ergamaa amanamaadha
144فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ajaja kiyyas fudhaa
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
142Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 142

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 142 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Yeroo obboleessi isaanii Saalih isaaniin jedhe: “Sila Rabbiin hin sodaattanii

Suuratu Aayah 142/227 — Suuratu Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Suuratu Ash-Shu'ara Caqasi, Suuratu Ash-Shu'ara Hiikkaa, Suuratu Ash-Shu'ara mp3, Suuratu Ash-Shu'ara pdf. Aayah 140–144. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, September 8, 2026

Don't forget us in your sincere prayers