Ash-Shu'ara · 162/227
Hiikkaa Sagaleeffama — Ash-Shu'ara
إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ ۝١٦٢
Innee lakum rasoolun ameen
📖 Afaan Oromoon
Dhugumatti, ani isiniif ergamaa amanamaadha
🎧 Caqasi

📜 Aayah 160-164 — Ash-Shu'ara

160كَذَّبَتْ قَوْمُ لُوطٍ الْمُرْسَلِينَ
Ummanni Luuxis ergamoota sobsiifte
161إِذْ قَالَ لَهُمْ أَخُوهُمْ لُوطٌ أَلَا تَتَّقُونَ
Yeroo obboleessi isaanii Luux isaanin jedhu: “Sila Rabbiin hin sodaattanii
162إِنِّي لَكُمْ رَسُولٌ أَمِينٌ
Dhugumatti, ani isiniif ergamaa amanamaadha
163فَاتَّقُوا اللَّهَ وَأَطِيعُونِ
Rabbiin sodaadhaa; ergaa kiyyas fudhaa
164وَمَا أَسْأَلُكُمْ عَلَيْهِ مِنْ أَجْرٍ ۖ إِنْ أَجْرِيَ إِلَّا عَلَىٰ رَبِّ الْعَالَمِينَ
Ani isa (waamicha kana) irratti mindaa tokkollee isin hin gaafadhuMindaan kiyya Gooftaa aalama hundaa irra malee hin taane
Ash-Shu'araTarreeffama Qur'ana
227Aayah
MeccanRevelation
162Aayah

Hiikkaa — Ash-Shu'ara 162

Suuratu Ash-Shu'ara Aayah 162 - Dubbisi, Caqasi, Hiikkaa, Oromo : Dhugumatti, ani isiniif ergamaa amanamaadha

Suuratu Aayah 162/227 — Ash-Shu'ara الشعراء (Meccan). Dubbisi Caqasi Hiikkaa (Oromo). Caqasi: Ash-Shu'ara Caqasi, Ash-Shu'ara Hiikkaa, Ash-Shu'ara mp3, Ash-Shu'ara pdf. Aayah 160–164. Afaan Oromoon: العربية.




Qur'aana Qulqulluu


Tuesday, August 18, 2026

Don't forget us in your sincere prayers